Olif Travel Agency Plc fi Dire Agency Plc carraa hojii haaraa biyya Ayirlaandii keessatti argamuuf namoota 45 (dhiiraa fi dubartii) barbaadaa jiru.
Namoonni carraa kanaaf galmaa’u fedhan, adeemsa galmee fi qophii barbaachisu hunda guyyaa 8 qofa keessatti xumurree gara bakka hojii isiniif erginu.
Ulaagaa Barbaachisan
Passport orjinaalaa
Medical Certificate
COC
Ashaaraa koodii (Biometric)
ID (Eenyummaa ragaa)
Yaaddoo tokko malee, adeemsi hundi seera qabeessa, saffisaa fi amanamaadha.
Bakka Galmee
📍 Boolee Mikaa’eel,
Seelii Insa gubbaa, darbii 3ffaa,
Biiroo haaraa Dire Agency Plc keessatti.
Karaa Nu Quunnamtan
📞 Bilbila:
0921 706050
0910 470349
📱 Telegram & WhatsApp:
0920 470349
🌐 Website:
www.oliftravel.com
📧 Imeelii (qaamaan dhufuu hin dandeenyeef):
oliftravel@gmail.com
direagency@gmail.com
✨ Yeroo hin eegin! Carraan hojii kun daangaa qaba. Har’a nu quunnamaa, egeree hojii keessanii bori mirkaneessaa.
Olif Travel Agency Plc & Dire Agency Plc
— Amanamummaa, saffisummaa fi tajaajila qulqulluu waliin.



0 Comments