🔵 AFaan OROMOO
Baga gammaddan! Baga gammanne!
Kabajamtoota maamiltoota keenya hundaaf, dhaabbanni keenya Olif Travel Agency Plc yeroo muraasaaf sirna kahalootiin cufamee kan ture, guyyaa har’aa irraa kaasee guutummaa guutuutti hojiitti deebiyee jira. Kunis gammachuu guddaa fi abdii haaraa nutti uumeera.
Yeroo rakkisaa kana keessatti amanamummaa, obsaa fi deeggarsa guddaadhaan nu waliin dhaabbattanii kan turtan maamiltoota keenya hundaaf galata guddaa qabna. Keessattuu uummanni naannoo Xuqur Ambassa, yeroo rakkoon nutti cimu hiriira nagaa bahuudhaan, sagalee haqaa ta’uun dhimma keenyaaf dura dhaabbachuu keessaniin galanni keenya daangaa hin qabu.
Akkasumas obboloota keenya biyya keessaa fi biyya alaa irraa nu waliin dhaabbattan hundaaf, amantii fi jaalala nuuf qabdanitti baay’ee galateeffanna.
Amma haala haaraan, tajaajila keenya caalaatti cimsinee itti fufuun, 👉 guyyaa guyyaa Kibxataa namoota 300 ol gara Sa’uudii Arabiyaa tti balaa’isuuf qophii guutuu taanee jirra.
Olif Travel Agency Plc’n amanamummaa, iftoomina fi tajaajila qulqulluun maamiltoota isaa tajaajiluu itti fufa.
Irra deebi’anii baga gammaddan!
Olif Travel Agency Plc – Filannoo amanamaa keessan.
🟠 AFaan AMAARIFFAA
እንኳን ደስ አላችሁ! እንኳን ደስ አለን!
ክቡራን የእኛ ደንበኞች፣ ኦሊፍ ትራቭል ኤጀንሲ ፒኤልሲ ለአንድ ጊዜ በካህሎት ስርዓት ተዘግቶ የነበረውን አገልግሎቱን ከዛሬ ጀምሮ በሙሉ ወደ ሥራ ተመልሷል።
በዚህ ከባድ ወቅት ውስጥ በታማኝነት፣ በትዕግሥትና በድጋፍ ከእኛ ጋር የቆማችሁ ደንበኞቻችንን በሙሉ እናመሰግናለን። በተለይም የሱቁር አምባሳ አካባቢ ህዝብ በሰላማዊ ሰልፍ ወጥቶ የእውነት ድምፅ በመሆን ለጉዳያችን መቆም ከፍተኛ ክብርና ምስጋና ያስገባል።
እንዲሁም ከኢትዮጵያ እና ከውጭ ሀገር ሆናችሁ ከእኛ ጋር የቆማችሁ ሁሉ በልባችን እናመሰግናለን።
👉 ከዚህ በኋላ በየማክሰኞው ቀን 300 ሰዎችን ወደ ሳውዲ አረቢያ ለመላክ ዝግጁ መሆናችንን እናሳውቃለን።
Olif Travel Agency Plc – ታማኝነትና ጥራት የተሞላ አገልግሎት።
🟢 ENGLISH
Congratulations! Welcome Back!
Dear valued customers,
We are pleased to announce that Olif Travel Agency Plc, which was temporarily closed under the Kahalot system, has officially and fully resumed operations as of today.
During this challenging period, we sincerely thank all our customers who stood by us with patience, trust, and unwavering support. Our special and heartfelt appreciation goes to the community of the Xuqur Ambassa area, who peacefully stood up for justice and showed remarkable solidarity with us.
We also extend our deep gratitude to all supporters from within Ethiopia and abroad who believed in us and remained by our side.
👉 We are proud to inform you that starting now, every Tuesday we will be sending more than 300 workers to Saudi Arabia with a well-organized and reliable system.
At Olif Travel Agency Plc, trust, transparency, and quality service remain our highest priorities.
Welcome back once again!
Olif Travel Agency Plc – Your trusted travel partner.
🟣 العَرَبِيّة
ألف مبروك، ومرحباً بكم من جديد!
عملاؤنا الكرام،
يسرّنا أن نُعلن أن شركة أوليف للسفر والسياحة (Olif Travel Agency Plc) التي كانت متوقفة مؤقتاً بسبب نظام الكهالوت، قد عادت إلى العمل بشكل كامل اعتباراً من اليوم.
نتقدم بخالص الشكر والتقدير لجميع عملائنا الذين وقفوا معنا بثقة وصبر خلال هذه الفترة الصعبة. ونتوجه بشكل خاص بالشكر الجزيل إلى سكان منطقة سوقر أمباسا الذين عبّروا عن دعمهم ووقفوا معنا وقفة سلمية مشرفة دفاعاً عن الحق.
كما نشكر كل من ساندنا من داخل إثيوبيا وخارجها، وثق بنا وبقي إلى جانبنا.
👉 ونود أن نُعلمكم أننا سنقوم ابتداءً من الآن بإرسال أكثر من 300 شخص إلى المملكة العربية السعودية كل يوم ثلاثاء، وفق نظام منظم وخدمة موثوقة.
Olif Travel Agency Plc – الثقة، الشفافية، والخدمة المميزة.

0 Comments