✈️ BEEKSISA – OLIIF TRAVEL AGENCY irraa
Oliif Travel Agency irraa beeksisa addaa!
Gaaffii fi fedhii uummata keenyaa irratti hundaa’uun, namoota gara Dubai deemuu barbaadan hundaaf carraa fi deeggarsa guutuu ni kennina.
---
✅ Warreen Visa Qaban
Erga visa isaanii Dubai irraa ergamee booda, warreen kun hundi tajaajila armaan gadii ni argatu:
Sanadoota barbaachisan hunda guutnee qopheessina
Medical checkup, Police Clearance, fi Training (Orientation) sirnaan ni raawwanna
Ticket qopheessinee, hanga imala fixaniitti ni hordofna
Warreen airport irraa deebifaman illee leenji’anii deebisnee ni ergina
Kana hunda ni geggeessina, akka imalli keessan nagaan fi milkaa’inaan raawwatamu gochuuf.
---
✈️ Warreen Visa Hin Qabneef
Namoota gara Dubai deemuu barbaadan visa hojii (Employment) fi daawwannaa (Visit) argachuuf ni gargaara.
Company fi sponsor sirrii waliin walquunnamtii qindeesna.
Visa, ticket fi sanadoota hunda ni qopheessina – hanga isiniif ergameetti ni hordofna.
---
📍 Teessoo fi Odeeffannoo Quunnamtii
Iddoo: Xuquur Ambasa, Kaambii Makalaaka Gadi,
Sable Building, Fooqii 8ffaa, Biiroo Lakk. 237
Bilbilaa:
📞 0910470349
📞 0921706050
📞 0983100010
Telegram: t.me/oliiftravel
WhatsApp & Telegram: 0910470349
Imeelii: oliiftravel@gmail.com
Website: https://oliftravel.blogspot.com
---
💬 Oliif Travel Agency – Amanamummaa fi Hojii Itti Fufiinsaan
Gaaffii keessan irratti hundaa’uun, hojii fi carraa imala biyya alaa hunda siif bana.
Nu quunnamaa – hojii keessan gara hojiitti, abjuu keessan gara dhugoomaatti si geessina!

0 Comments