BEEKSISA HOJII – OLIIF TRAVEL AGENCY PLC
Afaan Oromoo
Biiroon Oliif Travel Agency PLC carraa hojii gaarii fi amanamaa namoota 35 gara Biyya Kuwait itti erguu beeksisaa jira. Carraan kun dhiirota qofaaf kan banaa ta’ee, hojii garaagaraa armaan gadiif qacarrii geggeeffamaa jira:
👮♂️ Zabanyaa / Eegumsa – nama 8
🛒 Shittoo gurguruu – nama 3
🏪 Suuqii gurguruu (Afaan Arabaa kan danda’an) – nama 6
🍳 Hojii nyaata bilcheessuu – nama 10
🏗️ Hojii ijaarsa – nama 8
Ulaagaalee galmaa’insaa:
✔️ Passport seera-qabeessa qabaachuu
✔️ COC (Certificate of Competence) qabaachuu
✔️ Koodii Ashaaraa qabaachuu
✔️ Medical check-up guyyaa 5 keessatti xummuruu danda’uu
✔️ Umurii waggaa 25 ol ta’uu qaba
Namoonni ulaagaa guutan dafiin galmaa’anii carraa kana hin dhabneef nu qunnaman.
📞 Bilbila: 0910470349 / 0921706050 / 0936424952
📧 Imeelii: oliftravel@gmail.com
🌐 Website: https://www.oliftravel.com
---
English
Oliif Travel Agency PLC is offering a great and reliable opportunity for 35 male workers to go to Kuwait. The available jobs include:
👮♂️ Security / Guard – 8 positions
🛒 Shop Attendant / Retail Sales – 3 positions
🏪 Market Seller (Arabic required) – 6 positions
🍳 Cook / Food Preparation – 10 positions
🏗️ Construction Worker – 8 positions
Requirements:
✔️ Valid passport
✔️ Certificate of Competence (COC)
✔️ Koodii Ashaaraa
✔️ Medical check-up completed within 5 days
✔️ Age 25 and above
Those who meet the criteria should apply quickly to secure this opportunity.
📞 Phone: 0910470349 / 0921706050 / 0936424952
📧 Email: oliftravel@gmail.com
🌐 Website: https://www.oliftravel.com
---
Amhariffaa
Oliif Travel Agency PLC በ Kuwait ወደ ስራ እድል ሰራተኞች 35 ወንዶች ማስተላለፊያ ትፈልጋለች። የሚገኙ ስራዎች እነዚህ ናቸው:
👮♂️ የጥበቃ / እንቅስቃሴ ሰራተኞች – 8 ሰዎች
🛒 ሱቅ ሽያጭ / እንቅስቃሴ ሰራተኞች – 3 ሰዎች
🏪 ገበሬ ሽያጭ (አረብኛ መማር አለበት) – 6 ሰዎች
🍳 ምግብ አቅራቢ / ምግብ ማቀናበሪያ – 10 ሰዎች
🏗️ ስራ ግንባታ – 8 ሰዎች
የማመዝገብ መስፈርቶች:
✔️ ሚገባ የፓስፖርት ሰርተፊኬት
✔️ የክርክር ምስክር ወይም COC
✔️ የአሻራ ኮድ
✔️ ሕክምና በ5 ቀናት ውስጥ ማጠናቀር
✔️ ዕድሜ 25 ዓመት እና ከዚያ በላይ
እነዚህ መስፈርቶች የሚያሟሉ ሰዎች በፍጥነት ይመዝገቡ እና ይድረሱ።
📞 ስልክ: 0910470349 / 0921706050 / 0936424952
📧 ኢሜል: oliftravel@gmail.com
🌐 ድህረገፅ: https://www.oliftravel.com

0 Comments