BEEKSISA MEDICAL SAUDARABIA GUYYAA 9/3/2018

 📢 BEEKSISA – AL_OLIF TRAVEL AGENT PLC

            

BEEKSISA MEDICAL SAUDARABIA GUYYAA 5/3/2018

Biiroon AL_OLIF Travel Agent PLC beeksisa dhimma hojii Saudi Arabia hordofuun, guyyaa 9/3/2018 namoota 25 hojiiwwan bishaan keessaa filatamanii jiran Medical Check-up guuttachuuf waaman ibsa kana ni dabarsee jira.


Namoota maqaan isaanii suuraa dura irratti tarreeffame hundi, guyyaa beellama kana irraa eegalee qophii barbaachisu guutuu gochuu akka qaban ni akeekkachiifna.



---


🎯 Maal gochuu qabdu?


✔️ Galmee (ID), Photo fi Document barbaachisan qabadhaa

✔️ Medical Check-up yeroo irratti hin hafinaa

✔️ Qophii keessan guutuu godhaa – tarkaanfiin itti aanu saffisa irratti hundaa’a

✔️ Odeeffannoo dabalataa tursaadhaan hordofaa



---


📍 Teessoo Biiroo Keenya


Biiroon keenya argama:


Xiqur Ambesa – Around Ground Force Head

Sable Building, Foqa 8ffaa

Lakk. Biiroo: 231

Post Box: 22966/1000


👤 Hoogganaa Waajira: Belay Hirpa Wakoya



---


📞 Quunnamtii


Odeeffannoo dabalataaf:

📱 WhatsApp & Telegram: 0910470349

📞 Bilbila Kallattii: 0921706050

🌐 Website: https://oliftravel

🏢 Qaamaan: Sable Building, Foqa 8ffaa



---


📝 Dhimma Beeksisaa


Beeksisni kun ijoollee 25 medical-ii hojii Saudi Arabiaaf qophaawan hundaaf kan bahe yoo ta’u, tarkaanfiin itti aanuu (visa, faayila guutuu, qophii ergaa duraa) saffisaan akka adeemsifamuuf dirqama ta’a.


Post a Comment

0 Comments