BEEKSISA HOJII

 🌍 BEEKSISA HOJII - OLIIF TRAVEL AGENCY irraa

      

BEEKSISA HOJII

Carraa Hojiin Biyya Oman isin eeggachaa jirti! 🇴🇲


Biiroon Oliif Travel Agency carraa hojii gahaa fi amanamaa gara biyya Oman deemuuf banuu isaa ni beeksisa.

Namoota ijoollee dhiiraa eeyyama konkolaachisummaa qaban keessaa nama shan (5) filachuun, guyyaa torba (7) keessatti process xummuree erguu ni karoorfanneera.


🎯 Shuruuxii fi Ulaagaa barbaadamu:


Ijoollee dhiiraa ta’uu


Eeyyama konkolaachisummaa (driving license) qabaachuu


Qophii fi fedhii biyya alaa hojjechuuf qabaachuu


Amanamummaa fi kutannoo hojii qabaachuu



📬 Namoonni fedhii qaban nu quunnamaa karaa kanaan:


WhatsApp: 0910470349


Telegram: t.me/oliiftravel


Imeelii: oliftravel@gmail.com


Website: https://oliftravel.blogspot.com



📍 Teessoo Biiroo Keenyaa:


Xiqur Ambesa — Kaampii Makalaaka (Ground Force Head Office)

Sable Building, Fooqii 8ffaa, Biiroo Lakkoofsa 237



---


Oliif Travel Agency – “Carraa Hojii fi Imala Dhugaa isiniif fida!” ✈️🤝


Post a Comment

0 Comments